Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Magaalaa Finfinnee qofa keessa daa'imman karaa irra bulan 100,000 ol akka jiran qorannoon geggeeffaman mul'isan.


(Madda Oduu ABO/MOA/Arfaasaa 17,2008)
Wayta mootummaan wayyaanee Itophiyaan jijjiiramte; dinagdeen biyyaa haala mul'atee hin beekneen guddatee jireenyi ummatootaa wayyaa'e jechuun ololaa jiru kanatti, magaalaa Finfinnee qofa keessatti daa'imman kan nyaatanii fi bakka bulan dhaban 100,000 ol ta'an karaa irra akka bulan qormaatni geggeeffame ifa godhee jira.

Lakkoobsi kun kanneen ga'eeyyii ta'anii fi jaarolee ala bulan kan hin dabalatne ta'uu kan ifa godhe qormaatni geggeeffame kun, mootummaan wayyaanee gargaarsa maallaqaa Baankii Addunyaa fi IMF irraa dhaabbatummaan itti roobuun mootummaa isaa jiraachisuu fi ummatoota hacuuccuuf oolchuu malee, waggoota 17 guutuuf rakkoo hawaasummaa biyyattii hudhee jiru furuuf homaa kan hin hojjenne ta'uu akka mul'isu qormaatni kun hubachiiseera.

Lakkoobsi daa'imman ala bulanii harka lamaa oliin kan dabale wayta wayyaaneen dinagdeen keenya guddateera jedhee lallabaa jirutti ta'uu qormaatni kun mirkaneesseera.

MOA

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net